Jeremiah 51:54 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Waan lafa Babiloni balleesanifi, aka nami bahe iyyu d'agaya.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Baabilooniin keessaa laagaa iyyansaa, biyya Kalaadaawotaa keessaa laagaan badii gudda'aa hin dhagayama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Baabilon keessaa qoonqoon iyyaa, lafa Baabilonii keessaa qoonqoon badii guddo'oo hin dhage'anti.