Jeremiah 51:55 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini Babiloni balleese, iyyanna isii ch'allisisa. Duuli nyaapaa akuma d'awa baariini worrati baafate, aka male iyye worra had'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Loltoonni akka dambalii galaanaa fiigu dimmaa Baabilooniin irra gayee dhaadata'aa balaa itti buusa; ani akka kanaan isii balleessee isii cadhisiisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Mootiin Waan Maraa Baabilon hin balleessa; qoonqoo guddoo isii keessaa cadhi hin godha; qoonqoon diinota isi'ii ta akka danbalii bisaan guddaa shookkisuu isii keessatti hin dhage'anti.