Jeremiah 51:59 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Serayani, ilmi Neria, ka ilma Maaseya, makala hayyu Sedekia. Duuba ganna afreeso ka Sedekiani lafa Yuda mohate, ka Serayani isa woliini Babiloni deemuu jiru, anini dubbi woi iti d'aame.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sarayaan ilmi Neeriyaa ilma ilma Ma'iseeya'aa tajaajilaa mooticha Sedeqiyaasii ture; Sedeqiyaas biyya Yihuuda'aa irratti mooyee woggaa arfeesso'ootitti Sarayaan isa woliin gara Baabiloonii dhaqe; ani Ermiyaas hennaa san seera kenneef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Zedeqiiyaan mootii Yihuda'aa te'ee woggaa arfeesso'ootitti, itti gaafatamaan waan mooticha qofaaf barbaachisuu, akaakoon Ma'aseya'aa ilmi Neriiya'aa Seeriyaan isa woliin gara Baabilonii yennaa dhaqe, Ermiyaasiin raagichi erga asii gad jirtu tana isatti hime: