Jeremiah 51:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Babiloni keesaa baqad'a, lubbu teesani baasa! Maro ch'ubbu Babilonitifi induina. Anini amma haalo baafad'e, akuma isii male gaargalchuu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baabilooniin keessaa dheessaa'a! lubbuu teessan oolfatu'uufillee miliqa'aa jalaa bayaa'a; isin sababaa Baabiloon cubbuu hojjatteef isin duwwamatti hin dhuminaa'a! hennaan kun hennaa ani adabbii isii barbaachisu isi'ii kennu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Baabilon keessaa baqadha'aatii, lubbuu teessan hamburadha'a! Sababa yakkaa isi'iitiif hin badina'a. Yennaan ani Mootiin Waan Maraa sababa yakkaa isi'iitiif haluu bayu waan geetteef, ani akka hujii isi'iititti gatii isi'iif hin kenna.