Jeremiah 51:61 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan Serayani jed'e, Yoyu Babilonini baate, waan kitaaba kana keesa jira ch'ufa lalabi, biyyaa soomi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Saraya'aan «Ati akkuma Baabilooniin geetteen waan kitaaba kana keessatti barreeffame maraa laagaa kee ol qabadhuutii bani'ii dubbisi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Seraaya'aan, «Yennaa Baabilon geette, waan kitaaba kana irratti barreeffame mara qoonqoo ol qabadhuutii kolba'aaf dubbisi;