Jeremiah 51:62 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Waaqa kad'ad'i, waan jettu, Ee AABBO Waaqa, atini qara, anini fulla tana imballeesa jette, aka wonti lubbu qaba, namaafi bineensale taanaani iti ingalle, ammo haga jiru jireenna ona taatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa ‹Yaa Gooftaa'a! ati akka hulee kana balleessitu dubbatteerta; kanaafuu wonti lubbuu qabu ka sosocho'u maruu isii keessa hin jiraatan, waan namninii fi busaawaanillee dhumuuf baraa haga bara baraa ona taati› jedhi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
yennaa dubbittu, ‹Ee Mootii Waan Maraa! Ati addee tana, nami yookiin horiin haga keessa hin leenetti haga bara baraa ona hin godha jetteerta› jedhi.