Jeremiah 51:63 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Seraya, duuba yo kitaaba kana biyyaa soomte hobaafte, d'akhati hid'i, galaana Frati keesa buusi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sarayaa'a! kitaaba kana haga bani'ii dubbiftee fixxeen maayessa kitaaba kana dhaga'atti hidhii laga Efraaxisiititti gati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa kitaaba maramaa kana dubbittee fixxe, dhakaa itti hidhiitii laga Efraaxiisii keessa buusi!