Jeremiah 51:64 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan jettu, Tunini waan Babiloniti d'ufaati — isiini akana lit'i, deebite oli imbaatu waan AABBO Waaqi badi itiini d'ufufi, isiini akasi taati. Dubbini Yeremia asi buufatti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma Baabiloonillee sababaa Rabbi badii isi'itti fiduun kuftee hafti; deebitee ka'uu hin dandeettu› jedhi» jedheen. Dubbiin Ermiyaas dubbate as irratti dhumate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba, ‹Ani Mootiin Waan Maraa badii isii irratti waan fiduuf, Baabilon deebitee akka hin kaane hin liqinfanti; kolbaan isi'iille hin jiddi› jedhi» jedhe. Dubbiin Ermiyaasii as irratti dhumatte.