Jeremiah 51:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Babilonini muduunu worqi, ta harka kiyya keesa jirtu, ta lafa ch'ufa macheesitu. Gochiti ch'ufti daad'i isi d'udde maraati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin adunya'aa maruu haga isii harkaa dhugee machaayutti isiin harka kiyyatti akka ciicoo worqii irraa hojjatameeti; baniin ormaa maruu daadhii woyini'ii isi'ii dhuganii machaayan
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Baabilon harka Mootii Waan Maraa keessatti akka muduunuu worqii irraa hujantee ti; isiin lafa duudii macheessiteerti; gosi biyya adda addaa daadhii isi'ii ta woyni'ii unanee, maraataneeran.