Jeremiah 51:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Diri Babiloni tassa jige bade! Bohafi! Maddaa isaa qorsa iti barbaada, hegeri infayyiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baabiloon waan dimmaa kuftee cabdeef isi'ii booyaa'a; maal laataa yoo ka madaan isi'ii fayyuu danda'uu qoricha madaa isi'ii dibattu barbaadaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Baabilon dedhuma jiddee hin caccaddi; isi'iif wiiccifadha'aa bowa'a! Dedha hin fayyiti fa'a te'a, madaa isi'iitiif qorsa dibattu barbaada'a!» jedha.