Jeremiah 52:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganni Sedekia diddami toko, gaafa inni hayyu Yuda tahe, ammalle inni ganna kud'ani toko Yerusalemu keesa lafa mohate. Haad'a isaa maqaani Hamutali, isiini dubra Yeremia, ka dira Libna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sedeqiyaas hennaa Yihuudaa irratti mooyu umuriin isaa woggaa diddamii tokko ture; Yerusaalemiin woggaa kudha tokko bulche; maqaan haadha isaa Hamuxaali; isiin mucattii Ermiyaasii gosa Libina'aa turte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Zedeqiiyaan yennaa mootii te'e nama woggaa diddamii tokko ti; inni Yerusaalem keessa tee'ee, woggaa kudhanii tokko bulche. Maqaan haadha isaa Hamutaal; isiin intala Ermiyaasii nama qachaa Liibana'aa ti.