Jeremiah 52:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi suni isale ila keesaa guure, sansalatani hid'e Babiloniti geese. Sedekiani haga jiru ch'ufa hid'aansa keesa lafa Babiloni tae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa ija Sedeqiyaasii keessaa baasanii haada sibiilaatiin isa hidhanii gara Baabiloonii fidaniin; inni haga guyyaa du'uutitti Baabilooniin keessatti hidhamee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni gara Baabilonii geessiisaaf, ila Zedeqiiyaa keessaa baasee wodaroo sageettu'uutii isa hidhee haga inni du'utti achuma mana hidha'aa keessa isa turse.