Jeremiah 52:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya kud'anneeso, ka jia shaneeso, ganna kud'ani sagaleeso, ka hayyu Nebukadrezani lafa Babiloni mohate, Nebusaradanini, ka makala hayyuu, ka ammalle inni gudda askarti isaa, Yerusalemu seene.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nabukadanatsoor Baabilooniin irratti mooyee woggaa kudha sagaleesso'oo ji'a shaneesso'oo guyyaa kudhaneesso'ootitti Nabuzaardaan kabajjamaan ajajaa worra balbala mootumma'aa eeganii Yerusaalemiin seene;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nebukadnezaar mootii Baabilonii te'ee woggaa kudhanii sagaleesso'ootitti, ji'a shaneesso'oo, guyyaa kudhaneesso'ootitti, ajajaan loltoota mooticha eeganuu tajaajilaan mootii Baabilonii Nebuzaraadaan, gara qachaa Yerusaalemii dhufe.