Jeremiah 52:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni Mana Waaqatifi mana hayyutifi maneeni nama gugurda ka Yerusalemu ch'ufa gube,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mana woyyuu, mana mootumma'aatii fi mana namoota gugurdaa Yerusaalemiin keessa jiraatanii akkasuma gamoo gugurdaa gube.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Galma Mootii Waan Maraa, mana mootumma'aa, mana Yerusaalem keessaa mara gube; mana namoota gugurda'aa mara gubee balleesse.