Jeremiah 52:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Nebusaradanini worra dira Yerusalemu keesati hafefi ogeeyifi worra worra isaani lakise hayyu Babiloniti harka kennate, guure Babilonitini gale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nabuzaardaan kabajjamaan ajajaan worra balbala eeganii worra guddisanii hiyyooman ka banii keessa jiran ka qachattii keessatti hafanii jiran ka gananiiran ka gara loltoota Baabilooniititti dhiyaatanii jiranii fi worra ogeeyyii harkaa keessatti hafaniiran maraa booji'ee gara Baabiloonii fide.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ajajaan loltoota mooticha eeganuu Nebuzaraadaan worra hiyyeeyyii garii, namoota qachaa keessatti hafaneeranu, worra mootii Baabiloniititti harka kennatanee fi worra hujii harkaa beekanu booji'ee, gara Baabilonii geesse.