Jeremiah 52:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo inni hiyyeeyi woma inqamne lafa Yudati lakise, aka worri zabibu tisse oobrule qotu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii hiyyeeyyii Yihuudaa keessa jiran garuu hin dhiise; inni isaan worra biqiltuu woyini'ii shuqunanii fi worra lafa qotu isaan taasise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni worra hiyyeeyyii ijjumaa wo hin qanne garii ammoo, muka woyni'ii akka dhaabanuu fi fichaa akka qotanu lafa Yihuda'aa keessatti lakkisee deeme.