Jeremiah 52:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle worri daboolafi eele daara iti haranifi miha ifseeni qorqoratanifi qori d'iiga sorio iti naqanifi qori hit'aana iti aarsanifi miha Mana Waaqatini hojatani, ka sibiila diimani mid'aasani ch'ufa, guure itiini d'aabate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kereewwan sibiilaa, meeshaa hulee ciinca'aa ittiin qulqulleessan ka hankaaffaa fakkaatu, keree boollatti daaraa jissaniin, mooqqaawwanii fi meeshaa woyyuu sibiila diimaa irraa hojjatame ka mana woyyuu keessatti ittiin tajaajilan maraa fudhatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma isaan okkotee sageettu'uu, akkaafaa sageettu'uu, waan issaa ittiin dhaanfanu ka sageettu'uu, qorii dhiiga fiffixanu qabattu, mooqa'aa fi meya sageettuu irraa hujame ka Galma Mootii Waan Maraa keessatti ittiin tajaajilanu mara, fudhatanee deemane.