Jeremiah 52:22 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ginnoon utubaa maraatuu ka sibiila diimaa irraa hojjatame ka dheerinni isaa meetira lamaa gayuu fi woshaadoo akka gingilcha'aatii fi ka bifa daraaraa Rooma'aatiin bareechisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guutuun qaccee utubaa tokko irraa ciqilee shan dheeratti; marsa guutuu utuba'aa irratti seesa caccoo sageettu'uutii fi sageettuu midhaan muka rumaanii fakkaatuun seefameera. Utubaan lammeesso'oolle akkasuma seefamee hujameera.