Jeremiah 52:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Barru utuba suni lamaani ch'ufa irati waan aka okhoku ka d'ibba tokoti jira; nami jala eju waan suni sagaltami jaa ilaani inarga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni gara diidaatiin akka daraaraa Rooma'aa sagaltamii jahaan hojjatamee fi ka naannofni isaa daraaraa Rooma'aa dhibbaan midhaaffame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gara tokkoon midhaan akka midhaan muka rumaanii sagaltamii jaatti isaan irratti hujameera; seesi midhaan muka rumaanii fakkaatu ka caccoo irratti marfameeru laakkossi isaanii wolumatti dhibba.