Jeremiah 52:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nebusaradanini, ka gudda askarti, worra kana ch'ufa guure, hayyu Babiloni, ka dira Ribla jiruti geese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nabuzaardaan kanniin maraa gara mootii Baabiloonii qachatti Ribilaa jedhamtu bulchiinsa Haamaatii keessa jiraatu bira isaan fide.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ajajaan loltootaa Nebuzaraadaan, isaan mara gara mootii Baabilonii ka qachaa Riiblaa keessa jiruu geesse.