Jeremiah 52:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Achiti lafa Hamathiti, hayyichi worra gaargalche d'aane hobaase. Duuba akanaani worra Yuda lafa worra keesaa boojiani, lafa d'ibii geesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichillee achitti isaan tumsiisee rakkisee du'aan isaan adabe; akka kanaan baniin Yihuuda'aa biyya isaanii keessaa booji'anii isaan fudhatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Baabilonii lafa Haamaatii Riiblaa keessatti isaan ijjeesise. Maarre kolbaan Yihuda'aa lafa ifii irraa booji'amanee deemane.