Jeremiah 52:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kunini henna worra Yuda ka Nebukadrezani boojie: ganna torbeeso ka mohacha isaa, inni nama kuma saditifi diddami sadi boojie;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baay'inni namoota Nabukadanatsoor booji'ee fudhatee kana; inni mooyee woggaa torbeesso'ootitti worra Yihuudotaa kuma sadihii fi diddamii sadihi booji'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Laakkossi namoota mootiin Baabilonii Nebukadnezaar booji'e ka asii gadi jiru: Inni mootii te'ee woggaa torbeesso'ootitti Yihudoota kuma sadii fi diddamii sad booji'e;