Jeremiah 52:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akasiini inni Yekonia dubbi dansa iti dubbatte, hayyoota isa woliini boojiani taani ch'ufa ira isa ulfeese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eewel-Marodaak Ikooniyaaniin akka misha'atti isa dubbisee mootota akka isaa booji'amanii Baabilooniin keessa jiraatan maraa keessaa hulee ulfinnaa ka maraa caalu kenneef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ewiil-Marodaak gadhi-laafinnaan Yehoyaakiin dubbisee, mootota dhibii ta isa woliin Baabilonii keessa jirtu caalaa barcumaa ulfinnaa isaaf kenne.