Jeremiah 52:33 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi Yekoniani woya gaafa isa hid'aani taani keeyachiisani taani baafate, mana hayyu keesa hayyu woliini gololfate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Ikooniyaan uffata mana hidha'aa keessatti uffatu jijjiiratee haga lubbu'uun jiru akka mana mootichaa keessaa nyaata nyaatu eeyyamaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre yennaa sanii jalqabee Yehoyaakiin woyaa ifii ta mana hidha'aa jijjiiratee, haga jiruu ifii qorii mootichaa keessaa nyaate.