Jeremiah 52:34 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga inni jiru ch'ufa guyya ch'ufa beese waan isaa male kennanifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ikooniyaan bara jireenna isaa maraa waan isa barbaachisuun akka godhatu durgoo guyyaa guyya'aan kenna'aafii turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Baabilonii haga Yehoyaakiin du'utti, guyyuma guyya'aan waan isaaf barbaachisu qooda isaaf baase.