Jeremiah 52:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
hayyu Nebukadrezani askarti isaa ch'ufaani d'ufe, guyya kud'anneeso, jia kud'anneeso, ganna sagaleeso ka mootuma Sedekia, Yerusalemu had'e. Worri d'aatu isiiti qubate, boola qote marseeni,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sedeqiyaas mooyee woggaa sagaleesso'oo ji'a kudhaneesso'oo guyyaa kudhaneesso'ootitti mootiin Baabiloonii Nabukadanatsoor Yerusaalemiin irratti balaa buusu'uuf marse; loltoonni isaa naannaya qachatti'ii irra gara galanii naannaya dallawaatitti biyyee tuulan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara Zedeqiiyaan bulche keessa woggaa sagaleesso'oo, ji'a kudhaneesso'oo guyyaa kudhaneesso'ootitti mootiin Baabilonii Nebukadnezaar, loltoota ifii mara fudhatee Yerusaalemitti duule. Inni qacha'aan alatti dunkaanii dhaabatee, adaala qacha'aa marsanee yaabbannoo itti ijaarane.