Jeremiah 52:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo askartini Babiloni hayyu Sedekia reebde, diida Yerikoti d'aqabde jennaani askartini isaa ch'ufti biraa baqate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
loltoonni Baabiloonii garuu Sedeqiyaasiin ari'anii raasaa Iyyaariko'oo biratti qabanii booji'an; loltoonni isaa maruu isa gananii gara gara bittinnaayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Loltooti Baabilonii ammoo, Zedeqiiyaa mooticha ariitee, diida Yeriko'oo keessatti isa dhaqqadde; loltooti isaa marti isa lakkittee baqatte.