Jeremiah 52:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba isa qabani, hayyu Babiloni, ka Ribla lafa Hamathi jiruti geesani. Duuba achiti hayyu Nebukadrezani ijeecha iti mure.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sedeqiyaasiin gara mootii Nabukadanatsoorii fidan; hennaan san Nabukadanatsoor qachaa Ribilaa jedhamtu ta bulchiinsa Haamaatii jala jirtu keessa jira ture; achitti Nabukadanatsoor Sedeqiyaasitti murteesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Loltooti Baabilonii Zedeqiiyaa qaddee, lafa Haamatii keessatti gara Nebukadnezaarii qachaa Riiblaa keessa jiruutitti geessite; inni achitti isatti mure.