Jeremiah 6:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dallansuuni atini worrati dallantu nale gubde, obsa na d'owarte, ee AABBO Waaqa. Jennaani AABBO Waaqi waan nani ned'e, Anini dallansu tiyya ijoolle kara keesa teteetufi kaima wolti bahuti buusa. D'iirsaafi niiti fuud'ani, jaarole hobaatele itiini d'aabatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Gooftaa! akkuma ati guddiftee aarte anillee aaree sirima obsuu dadhabe.» Rabbi akkana naan jedhe, «Ati dheekkamsa kiyya daa'imman karaa keessaatii fi ka'imman wol gayanitti buusi; abbaan worraatii fi haati manaa jaarsonnillee hin booji'aman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aariin Mootiin Waan Maraa isaan irratti qabu na keessalle'etti bobe'aarti; ossiisalle hin dande'u» jedhe. Achiin duuba Mootiin Waan Maraa anaan, «Ijoollee karaa irratti, dargaggoota wolitti qabamane irratti aarii tiyya dhangalaasi; abbaa manaatii fi haati manaa, worri dulloomee jaajjelle hin booji'aman.