Jeremiah 6:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maneeni worraa nama d'ibii kennani, oobrufi nad'eeni worrale akasuma kennani. Anini worra lafa tanaa gaargalchu fed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Ani hennaa banii biyya tanaa adabu manniin isaanii, qonna isaaniitii fi haawwonni manaa isaaniillee uduu hin hafne namoonni biraa isaan fudhatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra lafa kana keessa le'u yennaa adabu, manni isaanii, fichaan isaaniitii fi niitoti isaanii worra dhibi'iif dabarfamanee hin kennaman.