Jeremiah 6:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri aka waan madaani worra kiyya tararo woi taate, lafa nageenni bad'aad'a jed'a, ka ufiftu nageenni injirre.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Cabnana madaa banii kiyyaa akka waan taraarameetitti laalan; kanaaf seeraan hin yaalan, akkasuma uduu nageenni hin jirre ‹nagaya nagaya› jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan madaa kolbaa tiyyaa akka kaso'oo ilaalanee, adoo nageenni hin jiraatin, ‹Nageya, Nageya› jedhan.