Jeremiah 6:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan gumi isaatini jed'e, Fulla woldeenna karaa ejaanja wo ilaala kara dullachaafi kara iraa dansa gaafad'a! kara suni gula yaa, nagaya argattani. Ammo worri waan jed'e, Hiyo nu kara suni gula iyyaanu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi banii ufiitiin akkana jedha, «Karaa irra dhaabadha'aatii karaan duriitii fi ta kolbaa tam akka taate gaafadha'aa laala'aa hubadhaa'a; yoo karaa san hubattan isii irra deemaa'a; lubbuu teessanii nagaya argattanii.» Baniin garuu «Karaa saniin hin deemnu!» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Qaxxaamura kara'aa irra dhaabbadha'aatii ilaala'a; daandii durii, karaa dansaa gaafadha'aatii irra ideema'a; lubbuu teessaniifille foora hin dhaggatan» jedhe. Isin ammoo, «Nuuti isa irra hin ideennu» jettane.