Jeremiah 6:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi nama qonqo magalata eegu tolche. Ammo worri waan jed'e, Nu inch'aqamnu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Rabbi worra laagaa xurumba'aa ka uf eegganno'oo afuufan dhaabsise; isaan garuu «Hin dhageennu» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani eeddota isiniif kennee, «Qoonqoo tultulla'aa dhage'a'a» jedhe; isin ammoo, «Hin dhageennu» jettane.