Jeremiah 6:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi AABBO Waaqi waan jed'e, Gosa ch'ufa, ch'aqasa, waan gumiini tiyya taatu arga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
kanaaf Rabbi akkana jedhe, «Banii nana dhagayaa'a! waan ani banii kiyya irratti raawwadhu maraa hubadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Mootiin Waan Maraa, «Isin gosi biyya adda addaa dhage'a'a! Isin worri asitti wolitti qabantane, waan kolbaa Yihuda'aa irratti te'uuf jiru qalbeeffadha'a.