Jeremiah 6:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini hit'aana worri lafa Shebati fuud'e naa d'ufunifi qayya lafa fago ka worri naa d'ufuuni maani iraa qaba? Anini waan worri naa baasu dide, sorio worrale jibba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hixaanni isaan biyya Saaba'aatii naa fidanii fi urgooftuun gara garaa ka isaan biyya gara garaa ka fago'ootii naa fidan maal naa godha? kennaa isaan jalqaba ji'aa naa dhiyeessan isaan irraa hin fudhu, ciincaan isaan naa dhiyeessanillee na hin gammachiisu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hixaanni biyya Sheeba'aatii dhufuu fi dakkarri biyya fago'ootii dhufu maan naaf godha? Ani kennansa gubamu ka isin dhikeessitanu hin fudhadhu; ciincaan isin dhikeessitanulle na hin gammachiisu.