Jeremiah 6:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi anini worra kana gufachiise buusa. Abbootifi ilmaani gugufatte, jaalanifi nami alaaleni hobaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ani akka baniin kun gufatee kufu godha; abboonninii fi ijoolleen, goshoonninii fi ollaan maruu wolumaan dhuman.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf ani kolbaa tana dura gufuu hin keya; abbooti'ii fi ilmaan gufuu sanii hin gufatan; olla'aa fi jaaloti hin badan» jedhe.