Jeremiah 6:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Me ilaala, duuli mirgaa d'ufuu jira; gochiti jabduuni fago teetu lola kurfefachuu jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Biyya gara kaabaatitti argamu keessaa lolli qabatteen hin dhufa; baniin guddaan biyya fagoo jiru lolaaf qophaayeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Kunoo, loltooti biyya gara kaabaa irraa dhufiisatti jirti; kolbaan guddoon biyya fago'oo lolaaf qophowiisatti jirti.