Jeremiah 6:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri t'iyaafi woraana ufi fud'ate, ka hameenna male diqole naasu inqamne d'ufuu jira. Worri aka d'awa baariini dibbisa; yo farda isani yaabate ga d'ufu. Worri ya lola kurfae, Yerusalemu had'u d'ufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ebo'oo fi guraadee ufiillee qopheeffataniiran; isaan worra garaa jabaatu; worra hin araaramne; hirphi luka faradoo isaan kooranii yaabbatanii akka laagaa dambalii galaanaati; isaan Yerusaalemiin lolu'uuf qophaayaniiran»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan guube'ee fi eboo qabataneeran; isaan worra gadhi-jabeeyyi'ii fi worra marartii hin qanne. Fardoo ifiitiin yennaa gulufanu, hididdeettiin akka abbaayaa bulphittuu ti. Ee kolbaa Xiyoonii! Isaan isin loliisaaf qophowanee hin dhufan» jedha.