Jeremiah 6:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Yerusalemu waan jed'u, Nu odu worraa ya d'ageenne. Naasuuni ya harka nuraa jissite, woma fuud'u nu d'owarte; lalalaafi d'ukubsachani ya nu qabate, aka niiti d'aluu jirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin Yerusaalemii akkana jedhan, «Waan oduu dhageenneef naanee hadoonne; akka dubartii ciniinsifattuu hucuucamnee dhukkubsanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Yerusaalemii ammoo, «Nuuti oduu isaanii dhageennee, harki nu irraa bu'eera; gaddi guddaan nu qabatee akka dubartii ciniinsifattuu teeneerra.