Jeremiah 6:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu kara gula, yokhaani ala keesa deemu sodaanna; wonti akanatiifi nyaapi keenna woraana harkaa qaba, moga ch'ufa nu mudamsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qonnaaf hin bayinaa'a; karaa irrallee hin deeminaa'a; hulee marattuu raafamni waan jiruuf guraadee diinaa irraa uf eegaa'a.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Diinni keenna shallaagaa waan qabuuf, gara mara sodaan guddoolle waan jirtuuf, gara alaa hin bayina'a; yookiin karaa irra hin ideemina'a» jetti.