Jeremiah 6:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan gumi isaatini jed'u, ch'arqi naqad'a, daara keesa gangalad'a. Akuma ilma tokocha bohani, laalefad'a, boha, wonti akanatiifi nami isani balleesu fed'u tassa isaniti d'ufe isani had'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi banii ufiitiin akkana jedha, «Diinni isin balleessu'uuf dhufe dimmaa waan balaa isinitti buusu'uuf ta'uuf uffata gaddaa uffadha'aatii daaraa irratti gangaladhaa'a; akka nama finni tokkochi qabu jalaa du'eetitti mararama'aa booyaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee kolbaa tiyya, diinni isin balleessu dedhuma waan dhufuuf, woyaa gaddaa uffadha'aatii daadhaa keessa gangaladha'a; akka nama ilma tokkochuma qabuuf laaleffattee bowuu, laaleffadha'aa bowa'a.