Jeremiah 6:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Yeremia, akuma sibiila ilaalani gumi tiyya ilaali, waan isiini keesa jirtu hubad'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ermiyaas! akkuma sibiila qoranii laalan banii kiyya qorii laali.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Ee Ermiyaas! Akka nama sibiila sibiilummaa isaa haga ilaaluu, karaa kolbaa tiyyaa hubattee akka haga ilaaltu, si godheera.