Jeremiah 6:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri ch'ufti ya mata jabaate, na dide; mata jabeenni worraa akuma sibiila diimatifi guraacha jira. Worri ch'ufti nama waan hamtu tolche, fulla ch'ufaa yae nama nyaatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan maruu akka sibiila diima'aatii fi akka sibiila gurraachaa jabaatan; isaan hammeeyyii worra morkaan uf tuulan; isaan maruu worra araada hamaatiin badan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan martinuu akka sageettu'uutii fi akka sibiila ciillayee mataa jabeeyyi'i; finqiltootalle'e. Isaan martinuu hami'iif asii fi achi deemaa, hujii hantuu hujan.