Jeremiah 6:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Buufaani guddo ibida buufa aka akasiini sibiila gubani, ammo worra kiyya qulqulleesitini woma imbaatu, wonti akanatiifi ch'ubbuuni worra keesaa imbaamne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sibiila bassu'uuf guddisanii buufaa afuufan; hammeeyyiin waan hin banneef ka sibiila bassu akkanumaan dadhaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Irsaasa ibiddaan baqisiisanee qulleessiisaaf buufaa akka malee itti buufan; ammoo ciillaan irsaasa irraa hin ka'u; akkasuma worri hamooleen kolbaa tiyya keessaa hin dhabamanu.