Jeremiah 6:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'u, Yerusalemu had'iisa kurfaa! Kurfefad'a, nu guyya guddaani haana! Ammo duuba eege waan jed'ani, ya ture, lafti ya galgaloofte, gaadisi galgalaleeni ya d'eerate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Diintonni isi'iillee, «Ka'aa! Yerusaalemiin lolu'uuf haa qophoofnuu; guyyaa balaa isi'itti haa buufnuu! siri'ii hin turre; lafti galgalaaya'aara; aduun dhiya'aarti; gaaddifni dheerata'aara;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, «Qachaa Yerusaalemii loliisaaf qophowa'a! Ka'a'a! Saafowaan lollaa! Latti waan dhiyaartuuf, gaaddiduulle dheerataa waan deemaa jirtuuf, aannee nu'uuf.