Jeremiah 6:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu halkaniini haane, fulla dira suni jajabdu balleesina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
kanaafuu ka'aa halkaniin dhandhee balaa buufnee kusheewwan qachootaa maraa diinnaa» woliin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre ka'a'a! Halkaniin lollee, kushee qachaa Yerusaalemii san diinna» jedhan.