Jeremiah 6:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani waan nani jed'e, Akuma oobru zabibu mid'aani ch'ufa iraa guurani, akasuma Israeli waan isiini qabdu ch'ufa iraa guurani. Akasuma isanileeni, ato qoomni qabdanu, haga dandeetani nama baasu maltani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Gooftaan banii maraa, «Worra Israa'elii ka hafe akka nama hurbuu woyini'ii guuruutitti guuraa'a; akka nama woyinii deddeebi'ee hurbuu woyini'ii guuruutitti harka keessan gara dameewwanii hiixadhaa'a.» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle Mootii Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, «Akkuma woxoo midhaan woyni'ii qocanu, kolbaa Israa'elii keessaa worra hafe qoca'a. Akkuma nami midhaan woyni'ii damee irraa qocu, harka keessan diriirsa'aatii ammalle worra hafe qoca'a» anaan jedhe.