Jeremiah 7:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi Fulla fullo Mana Waaqa, ta worri Yuda ch'ufti kad'acha oliini seenuti, na erge waan nani jed'e, Achi eji, waan AABBO Waaqi guddaani Israeli jed'u biyyati himi: Kara isani keesati fidamtanifi huji teesanile jijira, duuba anini lafa tana keesa isani teesisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbiin Rabbi balbala mana woyyuu afoo dhaabadhuu banii Yihuuda'aatitti dubbadhu naan jedhe, «Hujii keessanii fi haala jireenna keessanii jijjiiradhaa'a; ani lafa tana irra akka jiraattan isin taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jechi Mootii Waan Maraa ka gara Ermiyaasii dhufe ka asii gad jiru: