Jeremiah 7:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani Mana kiyya goda hattuuni iti galtu seetani? Anini waan isani tolchitani arguu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Manni woyyuun kiyya kushee hattoonni itti dhokatan seetanii? ani waan isin gootan maraa argeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Galmi kiyya ka maqaan kiyya itti waamamu, daggala hattu'uu isiniif te'eeraa? Kunoo, ani waan isin gootanu kana dhaggeera.