Jeremiah 7:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gara Shilo, fulla anini qara fohad'e iti na kad'ad'a jed'e, d'aqa, waan anini maro ch'ubbu gumi tiyya ta Israeliti isi tolche laala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin gara Sheeloo hulee ani itti haa na waaqeffattani'iif filadhee deema'aatii waan ani achitti godhe laalaa'a; sababaa cubbuu Israa'elii banii kiyyaatiif Sheeloo diige.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma addee qara maqaan kiyya akka itti waamamuuf filadhe gara qachaa Shiilo'oo dhaqa'aatii, sababa hammeenna kolbaa tiyya Israa'eliitiif waan ani godhe ilaala'a.